Loading the player...


INFO:
Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Hagayya 16 bara 2016 xayaara Finfinnee irraa gara Maqaleetti balali’uuf qophaa’e keessatti hojimaata Aviyeeshinii haala cabseen jeeqamaa fi hookkara uumuutti kanneen shakkaman namoota jaha irratti abbaan-alangaa himannaa dhiheessuu abukaatoleen himatamtootaa...
Xayyaara Finfinneerraa Maqaleetti Balal’uuf Qophaa’e Keessatti Jeeqamaa fi Hookkara Uuman Namoota Jedhaman Jaha Irratti Himannaan Dhihaate